@WAKJIRATUBE @EGEREEMEDIA @DeepBibleStories @faaruumediaa @yadesashiriofficial1379 @oboromedia
Faarfannaan obboleessa keenyaa kun baay'ee yaada namaa gara Waaqayyootti buta. Faarfannaa haalaan ergaa bareedaa qabudha. Waaqayyo obboleessa keenya Yohannis Tolasaa haa eebbisu jechaa, faaruu kanaan yeroo eebbifamaa qabaadhaa!
• LALISA ASEFA : ITTI DH...
Негізгі бет Yohanis Tolasa | Jaalala kee | New Amazing Oromoo song | Faarfannaa Kadhannaa Haaraa Afaan Oromoo |
Пікірлер: 244