OH my God, you words are so tangible and blended in to heart in a way that is eachs....I don't know Nadhi Gemeddaa..before these past few years..but searching his video and listening interviews from people who knows him.my heart eachs...I wish as you said he may be found alive or celebrate his legacy,
@lemunlomimidhaso6622
2 жыл бұрын
😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭🖤🖤🖤🖤🖤🖤💔💔💔💔❤💚❤💚
@sahra4091
6 жыл бұрын
yaa Sayiikoo, He is brave hearted Oromo Lion Abo Jalanii Naadhii Gammada. He have inspired millions of Qeeroos that will stand in front of tanks to give their lives for freedom. Baaguum Oromo lamii kiiyaa taattee . You are loved and respected by millions .
@ashaanuurree6213
6 жыл бұрын
Uuuuffffiiiii
@milligamachu2009
2 жыл бұрын
I can't stop crying 😭😭😭😭 We lost our hero! Thanks for searching Oromo's father Nadhi Gamada
Jaal Nadhii Gammadaatiif Hin owwaattuu hin mil’attuu Hin fagaattus hin dhiyaattu Maaf calliftee addeessako? Ilma sabaa gameessako Saaqaa xurree barii lafaa Jaala dhugaa isa hangafaa Yaa jaal Nadhii yaa walalaa Dhihoo mitii kee halaala Ati hafnaan eenyuut gala? Ijji qeerroo karaa laalaa Gameessa ko maaltu fala? Nuuf maqaankee cufa Caala Muummicha ko fiixa namaa owwaadhu sabni si waama Mee asba’ii waa dhaga’i Ergaa muummee qeerroof kaa’i Hunduu karaa keerra darbaa Si faarfataa ilmi Garbaa Duumessakoo meetoo waarii Nuuf dabalii dhaamsa borii Yaa didaa koo jaala guddaa Siyaadanna guyyaa hundaa .
@victorsaid4669
4 жыл бұрын
My beloved oromia brothers please keep good jobs I'm afar I understand very good oromia language Oromia must dominate our region culturally economically
@falmatuintalaashaheeesanyi9534
2 жыл бұрын
Sabonaa jabadhuu ashrii nii dabara 😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭
@nediraabdella7045
2 жыл бұрын
Wayii gara koo rabii janata ha kenuf nadhi koo 😭😭😭😭 ya rabii gehe nun ja'ii 🤲🤲😭😭😭😭😭😭😭
@haanaayeeoromoolijfinfiee4516
6 жыл бұрын
yaa rabii ilman oromoo marraa mana keessaa nu basii gototaa oromoo adaraa nuu jiradhuu sanyii ofii rabii umurii kee haa dheresuu
@kudhaalameenalasanyiitiyaa5132
3 жыл бұрын
Yoosaan bayyee galtomii nuf jiradhuu rabbiin is ha jiratu💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💘💘💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭
Yaa Nadhi Gammadaa Dinni farra billisummaa ummata ketii fayyaan nu jalaa sidhoksuus onnee kenya kessaa sibaasu hin danda'an yommillee si yaadana'Si arguf haawwii qabna,si argun kenya hafa hin qabu.hunoo ija onnee kenya irraa hin badu, sirnni sun baduf dhabamuf hardha kunoo oboolaawwwan keetiin qabson kee galma gahuf itti fufaa jira......
@manoushmanoush1550
2 жыл бұрын
Wooooow Very Good song 👍👍👍👍👍♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️
@burtukanbarbarian7277
6 жыл бұрын
uuuuuuuffffff bayye namatti tolle nu jabadhu gotta ko sagalen keff sirbi ke bayyyyye nama marara
@caaltuumaatullam9635
4 жыл бұрын
Aaaaaaaaa Lamii koo Ana nyatuu Nuu ol Nuu Qabu Jetanii Ofii dhabamatanii 😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭💔💔😪😪
@ifaifafurmaataaddunyaatube2628
4 жыл бұрын
Eessa jirta nadhii ???
@فاطمهامان-ز6ي
2 жыл бұрын
Watii oromoo iratii rawatamee xiqaa mitii
@makiyaaaliyyii8169
3 жыл бұрын
Dubiin jaal Nadhii gaara na gubdii yeroo mara💔😭😭😭😭😭😭😭😭😭☝️
Пікірлер: 538