waaqayyoo si yaa Eebbisiiulfiniis galaanis isa jalaa hin baduu bara ammaa baraatii.fageenyii kara mana hadhaa nama hin dhowwuu dhugaa isatii.waaqayyoo sagaalee isa dhugaa labsii motummaa isaaf bu'uura tahuu wanta si heereef ni galateefamaa ameen.
@tadessedegefa-uo5oq
Ай бұрын
waaqayyoo gooftaan abbaan keenyaa inni kaleesaa tolee har'a hin ammaanee tola isaatiin isin yaa eeguu.jaalalii mana isaa osoo gargar hin qoodiin wanta taheef waaqayyoo immoo tokkumaaf iccittii bu'uuraa keesaan irraattii wanta raawwaateef ni galateefamaa.keennaan kaleesaa inni nuuf qabuu sun kan nu irraattii tureesfi hafee miti.olmaa isaa keesaattii isni ijoolleen waaqayyoo hoolotaa isaa tokko illee osoo hin badiin tahu akka qabduu waaqayyoo gooftaan ni dubbaataa ameen.fkn kannaa gaafa kamisaa galgalaa.
Пікірлер