Sirna Gadaa : Sirni gadaa bulchiinsa sirna dimokraasii ammayyaatiif fakkeenya isa guddaa fii bu'uura tahee jaarraa hedduu dura osoo Oromoon hin weeraramin dura kan Oromoon ittiin wal bulchaa ture dha. Har'as laaffatee as gahus kana booda ammoo ilmaan Oromoo keessaahuu dhaloonni har'aa deebihee gad-dhaabuu fii jabeessuun aadaa isaa filatamaa tahe Adduunyaaf beeksisuu fii sirna dimokraasiif uummanni Oromoo akka gumaacha guddaa godhee jiru beekamuu qaba.
- Күн бұрын
Argaa Dhageettii | Waa'ee Sirna Gadaa fii haala ittiin as gahe.
- Рет қаралды 1,446
Пікірлер