Argaa Dhageettii
Bo’oo (KZitem) Argaa Dhageettii OromoGalmi Argaa dhageetti Oromoo, Kaayyoo isaa ,kan dagaagina Aadaa fi Seenaa Oromoo irratti xiyyeefate galmaan ga’uuf, waltajjii Bo’oo(KZitem) fayyadamuu jalqabuu isaa ummata Oromoof ibsaa, leellistoonni Aaadaa, Seenaa fi Afaan Oromoo taatan hundi, hojii Argaa dhageettiin hojjattu, gama bo’oo (KZitem) Argaa dhageetti irraan hordofuu akka dandeessan, kabajaan isin beeksifna.
- 25:42
- 5 жыл бұрын
Argaa dhageettii, dhimma ayyaana qaa'm'ee ilaalchisee
- 24:21
- 5 жыл бұрын
Argaa Dhageettii luba birraa kutaa1
- 40:24
- 5 жыл бұрын
ARGAA DHAGEETTII | Sirna Gadaa Oromoo Walloo
- 30:57
- 5 жыл бұрын
Argaa Dhageettii | Waa'ee Sirna Gadaa fii haala ittiin as gahe.
- 45:43
- 5 жыл бұрын
Argaa Dhageettii| Hayyuu Booranaa Borbor Bulee.
- 3:48
- 5 жыл бұрын
Argaa DHageettii | Dabbasaa Guyyoo Fulbaana 2015 .
- 0:09
- 5 жыл бұрын
Пікірлер