KZ
item
Негізгі бет
Трендинг
Журнал
Ұнаған бейнелер
Ең жақсы KZitem
Фильм және анимация
Автокөліктер мен көлік құралдары
Музыка
Үй жануарлары мен аңдар
Спорт
Ойындар
Комедия
Ойын-сауық
Тәжірибелік нұсқаулар және стиль
Ғылым және технология
Кіру
Тіркелу
Кіру
Тіркелу
Негізгі бет
Трендинг
Журнал
Ұнаған бейнелер
Ең жақсы KZitem
Фильм және анимация
Автокөліктер мен көлік құралдары
Музыка
Үй жануарлары мен аңдар
Спорт
Ойындар
Комедия
Ойын-сауық
Тәжірибелік нұсқаулар және стиль
Ғылым және технология
Негізгі бет
Hir-koo Kutaa 23ffaa
Күн бұрын
Hir-koo Kutaa 23ffaa
Рет қаралды
201,054
Etv Afaan Oromoo
1
1
Жүктеу
Пікірлер: 244
@feyisaedosa5645
10 ай бұрын
Waw poolisichi qarshiif bitamuu caala uummtaaf jiraachuu agarsiisuun isaa natti tole. Poolisii garaaf osoo hin taane uummataaf jiraatu🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏
@guutaa1
10 ай бұрын
pls warri ebc yeroon gadhiisaa! copy jalaa ta'aa jira baraa. yeroo walfakkaataatti gadi lakkisaa kan Tv waliin.💯💯❣❣❣
@nahawitube
10 ай бұрын
Yaabo hedduu egaa ture maaltu isin mudate warri maatii Dirama hirkoo?
@BontuKedir-c3m
10 ай бұрын
Yaa rabbii maal beesisichimoo wallakkaa yeroo diramaa isaantu fudhateehoo hirisii dhifamaa wajjiin
@murreestara4196
10 ай бұрын
Beysisa kana maalif yeroo takka qofa hin goone dhifama wajjiin ....
@quluceiluu5780
10 ай бұрын
yoo si dabare era bute ilalu hin dandesa nami kanan dura hin arge haa argu jedhanitu
@SuleimanAli-p4r
10 ай бұрын
nuuf jiraadhaa Mombasa Kenya iraa laalo jiraa❤
@DanielBokore-xp6mj
10 ай бұрын
Tottobaa nama biyya Oromoo Gamtan ittin taphate dhugaa
@ibsasaniofficial6568
10 ай бұрын
Baga nagayan dhuftan tiqqo nurra turtan male ❤❤
@dessialiy7600
10 ай бұрын
Diirma kessan bayyee bareda Dhuga jabadha ❤️❤️😂
@abdiiharar
10 ай бұрын
Tottoba kana dirama keeysan kamuu keeysa dhiisuu hiin qabdan bayye bareddaa dhuga ❤❤❤
@ameshow1234
10 ай бұрын
ijoollee babbareedduu baga nagyan dhufta ummata jaalalaa
@AshuDegafa
10 ай бұрын
Maaloo beeksisa nuuf gabaabsaa kaa Tiyyaammoo baayyeen jaaladha Hirkoo waliinuu
@Wankooshow
10 ай бұрын
Dansaadha. Continue more language jajjabaadhu. Worldwide🎉❤.kkkkk...ههههههه
@FayeJesus
10 ай бұрын
ingillifaa xiqqoo ishee barsiisi gamtaa totooba kana malee in milkoofta
@hawwiifufaa2680
10 ай бұрын
Wow baay'ee namaati tolaa jabaadha😍❤❤
@caaltuutube7217
10 ай бұрын
😂😂😂😂😂amma kaa kiwu jechuun ingiliffi eessaa dhufaree😂😂😂😂😂 gubbaa adii keessa gurracha wayyoo garaa koo True True True 😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂
@temesgenbusha9381
10 ай бұрын
tekado
@bokkuudibaabaa541
10 ай бұрын
Beeksisa Afaan Oromoo Irradabarsuuf (skip)gochuuf yaalee najalaa cufame 😂😅 jabaadha!
@MuradiAsed
10 ай бұрын
Guyyaa fi yeroo maaliif hin qabaanne maali akkanni ??????
@EsterEster-p4e
10 ай бұрын
😂😂😂😂😂😂😂tiruu uuuuuffff dubii sobaa akkatii namaa dibaa edaa
@misbahkedir6815
10 ай бұрын
Bareedaa ture garuu Diraamaa keessan caalaa beeksisatu yeroo dheeraa fudhata
@AbdallaaDawud
10 ай бұрын
Jalallan Diramaa kesanif Qaburaa kaan kaee Manaman Sin isin lalluu jamaree ❤❤❤
@Amiirshow
10 ай бұрын
Diramaa keessan heedu nutti toola heedu jaalana halumaa kanan itti nuf fuffaa jajjabaa wan heedu barnota qabu qaroo saba tahuuf jirtaani jabadha
@Looko347
10 ай бұрын
Heduu namati toltuu jabadhaa qaliwwan saba❤
@burkaentertainment6929
10 ай бұрын
Maaloo yeroi isaatiin nuuf uploaded godhaa?
@AbdooAhmadgolee
10 ай бұрын
dhugaa baay'ee namatti toltan diraaman keessan hedduu isin jaalanna
@ibrishaajm7224
10 ай бұрын
Idduu taana nurraa turaa jirtuu, Please! Akkumaa duraanitti, torban torbanin gad nuf dhiisa!
@mrqadisalih9906
10 ай бұрын
Dhugumaa dirammaan bayyee toko namati tola jajabadha
@hawwii2433
10 ай бұрын
Diramaadha moo beeksisa jenne dawanaa jamaa😂😂😂😂😂😂
@helleen4304
10 ай бұрын
Ayii Totobaa Fi Gamtaaa 😊😊😊 True 😁😁
@SeyoumKebede-i9i
10 ай бұрын
Dhugaa hanqina guddaan arge ..totobaan sirritti ingliffa beekuu qabu ture ...maaliif akkas tanaan bayyee sensii nama dhowwata ...seriously
@workidebele915
10 ай бұрын
Kolifaani dhumnee haraa True True misikinaa dhugaa🥰🥰🥰 jabaadha💚❤🤍💜
@JelatoShebakari
10 ай бұрын
I impressed with drama and appreciate it
@TsionMekonen-d1o
10 ай бұрын
Hiirkoo maalee hiirkoo diraman hin ulfatu jarrana maal tatani😢😢
@ahmedkedir-z2x
10 ай бұрын
jabadha ijoo heddu namatti toltu
@ChikileKennedy
10 ай бұрын
dhangaa faa maxxansuu dhiiftaniittu moo?😢😢😢😢😢 hojiin keessan maalidhaa?
@johnabel7752
10 ай бұрын
nice nuf jabaadha ,akka haatamuuf kaee arginerraa isiin nuf jajjabadha
@johnabel7752
10 ай бұрын
sirridha hatamee turee ,galatoomi ,rakko keenya waan nu argiteef
@abdiikooyesu4698
10 ай бұрын
We come nagaa dhufta ijoollee oromo ❤❤💚💚❤❤🥰🥰
@kennamaariyaam4968
10 ай бұрын
Gamitaa😂😂 Totobaa True True😅
@akkasumakoo5275
10 ай бұрын
Maloo yaada daawwattoota hubachuuf yaala Dirma saati durii sanbataa guddaa irratti nuuf gadii dhisa kan itti anu ammoo beeksisa gonkuma baleessa
@Brani-dk2hn
10 ай бұрын
Daqiqaa hin xiqatee garuu osoo beksisaa kana giduu dhistani
@BilalTech-p1i
10 ай бұрын
bayyee namatti tola.jabadha
@Looko347
10 ай бұрын
Dhugaa heduun isiin jaaladha ❤❤❤
@bontuuderajaa8873
10 ай бұрын
Muchaa faarnyii kanaa esaa fidanii garuu😂😂😂😂😂
@GammeeTube-6
10 ай бұрын
Bayee Bayeen isiin jaladhaa Nuraa turtan malee
@quluceiluu5780
10 ай бұрын
malidha naa duwadhaf eda gale mo akkam baka birati imo cicite argan ture?
@SeyoumKebede-i9i
10 ай бұрын
Totobaan engliffa beekuu qaba ture ...malee bareeda ture ..bara kana nama gayyomsuuf ..system gamtaa fi totobaa sirritti .achi irratti utuu sirrate
@Uae4040-w3u
10 ай бұрын
Ayyiii Gamtaa qabamtee kkkkk hojike nyaadhu😂
@HawiYadesa-t9t
10 ай бұрын
❤❤❤❤❤❤❤❤goftan ayyanasa sinirati hairanfayu❤❤❤
@Seenaamucaawallagga
10 ай бұрын
Garaa na dhukkubee wq kn hojii Keessani namatti tolaa😂😂😂😊
@samerabowardeh6140
10 ай бұрын
gaamtaa baa.yeen sii haajaisifadha😅😅😅😅
@bikilagemechu
10 ай бұрын
Amma danda'ametti yeroo eegaa
@AreroGodana-qq3bi
10 ай бұрын
Kan diraamaa Hir-Koo keessaa mee dhiroo
@Dameofficial1
10 ай бұрын
Callistaani gadii hin dhisinaaYeroo barbaddaan Dilbatumaa gadhisaaa ammoho nuu dabbartan
@abrelotek
10 ай бұрын
I have unsubiscribed this channel because I did not get this Drama when I was waiting for it and I will not watch it again 😂
@FamilyChannel7-37
10 ай бұрын
I missed it too. But, I was patient to encourage them and relax!
@dheeranejash6400
10 ай бұрын
It's is ur choice,
@sofiatube5579
10 ай бұрын
Why
@beshenenuabu
10 ай бұрын
😂😂😂 baqa hin lalin kkkk
@sofiatube5579
10 ай бұрын
@@beshenenuabu dhugaa jedhin mee
@hawwiijaalmarroo634
10 ай бұрын
tottooba akkamin ajjeessa jedhe😂
@BoonaaAbdullaahfunnature
10 ай бұрын
Sitcomedy kunbareedaadha beeksisagaruu tv qofarratti godhaa
@intaalaoromoo4084
10 ай бұрын
❤❤❤❤😂😂❤😂😂thank you great job
@makii639
10 ай бұрын
Diramaa jetaani beesisaa qofaa maal jechuudha 😢
@anwaramiin2369
10 ай бұрын
Isin yane jiira Qaxalwaan welcome 😂
@mameeoborraatube9334
10 ай бұрын
😂😂😂😂😂😂😂 hojiin keessan baayyee namatti tolaa garuu arra beeysisa baayyiftan
@FantuyazewFantu
10 ай бұрын
Me ama Mal jedhu biyya hambati dhufanii😂😂😂😂😂😂❤❤❤❤
@SinbooCaalaa
10 ай бұрын
Ani Guyyaa meeqaan siin ilaala turee maalf yeroo duraa irraa qayyartani🤔🤔
@urjiioromia5833
10 ай бұрын
Amareenya godha ofiira 22 haya uleettin maali 😅😅😅
@miserms4091
10 ай бұрын
Jabaadhaa meree Waqon ?
@qalloobareento4326
10 ай бұрын
Yeroon nuuf gad dhiisaa please
@AminFufa
10 ай бұрын
Pls beeksisa baayyistani kunimmo gaarii miti
@nasiraatube
10 ай бұрын
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ bayyee namatti tola jabaadhaa
@josephsolomon8531
10 ай бұрын
Malif yeroodhan nuf hin gadhisatan
@KAKUHAARANETHIOPIAYears
10 ай бұрын
#Jajjabadhaa Ijollee keenyaa!!!!!
@tarikusisay7172
10 ай бұрын
OROMOO JAJJABDUU TRUEEEEE BAAYYE DANDEESSU
@naawarKemal
10 ай бұрын
Bga ngy dhuuftani nuraa turtanika
@abdulaziznureddiin5466
10 ай бұрын
Waantoko osoo indalagiin beksisa ashawaatin xumurame
@-uh4sw
10 ай бұрын
Wayyoo true true jedhe tottobaan❤❤😂😂😂😂
@Harari55
10 ай бұрын
Midhagaa camera qulqulluu miti malee
@memememee8161
10 ай бұрын
Waa hedduu irraa baraatamaa❤
@memememee8161
10 ай бұрын
Ayii Tottoobaa garaa na nyaate
@BOOREE-SHOW
10 ай бұрын
Maalif guyyaasa eegdanii nuuf hin gadhistaanii
@BontuKedir-c3m
10 ай бұрын
Kkkkkkkk tiru bichaa beekaa mitii hojii kee olbanaa
@Robsitube
10 ай бұрын
𝐑𝐚𝐤𝐨𝐝𝐡𝐚😂😂 𝐭𝐢𝐫𝐮 𝐝𝐡𝐮𝐦𝐚𝐭𝐞 𝐝𝐮𝐛𝐢𝐧😂😂😂
@Brani-dk2hn
10 ай бұрын
Gamtaa hojii kee 😂😂😂😂❤❤
@YahyaHamu-y3b
10 ай бұрын
❤❤❤❤❤❤ hirkooooo
@wallojilleem951
10 ай бұрын
Araa dirama osoo tanee bekisisumaa nu afertaan
@GeexeeDu9-lm5ni
10 ай бұрын
😂😂😂Kkkkkkkkk maloo garakoo jabadha❤
@IlyaasHassan-ux7mu
9 ай бұрын
Tottoban Osoo bekuu dudaa ta.ee😂😂😂😂😂
@oroone-bs3kp
10 ай бұрын
kolfa dhumnee!
@oromookooof
10 ай бұрын
yeroosaa egee gadhiifamaa hinjiru
@tydg9853
10 ай бұрын
True true qofaan xumure😂😂
@hamidabdeta2846
10 ай бұрын
Tiruun kee haa tortoru🤣🤣🤣
@Fofo-m3n
10 ай бұрын
Wayoo gara koo😂😂😂 irkoo
@DawitBekela-j3o
10 ай бұрын
Diraamaa ajaayibaati
@oro467
10 ай бұрын
Totoba due mo hin dune 😂
@hawihawi5539
10 ай бұрын
Akkam dursa enyu gadi dhisee guyyaa 3 dura gadi dhiifame ture ni hatamemoo
@abdushakuraman8874
10 ай бұрын
Hirkoon eessa jira
@Biqila553
10 ай бұрын
Diram kessan bayye jalana maf nujal tursiftan
@abdigadisa5208
10 ай бұрын
Gamtaa kaana jaalladheraa❤
@user-ev2ok3dl3lk
10 ай бұрын
Ayi totobaa true jedhe❤❤
@AnasAwwi430
10 ай бұрын
Wel come 😂
@looyangalaantube7322
10 ай бұрын
Nuuf jiraadhaa❤
@Yao40
10 ай бұрын
Kana booda diramaa hirkoo nagaatti
@NASIRKING-og5om
10 ай бұрын
Erra kuni hin bareduu
Пікірлер: 244