Kureessaa Miyoo dhalatee kan guddate Godina Booranaa ona Yaa'a Bal'aa tti. "Namoonni Caatii nyaataa Waa'ee Yesuus natti himan, anis Caatuma waliin Yessoo fudhe" jechuun haasaa isaa kan jalqabu obboleessi keenya Kureessaa Miyoo......"Ani Aadaa koof iddoo guddaan qaba, namni aadaa isaa hin beekne ammoo Maanyimurq jedhamas" jedheera. #DastaaHinsarmuu #SeenaaOromoo #AadaaOromoo
- Күн бұрын
"Namoonni Caatii nyaataa Waa'ee Yesuus natti himan, anis Caatuma waliin Yessoo fudhe"
- Рет қаралды 10,881
Пікірлер: 54