waaqayyoo gooftaan abbaan keenyaa inni kaleesaa tolee har'a hin ammaanee tola isaatiin isin yaa eeguu.jaalalii mana isaa osoo gargar hin qoodiin wanta taheef waaqayyoo immoo tokkumaaf iccittii bu'uuraa keesaan irraattii wanta raawwaateef ni galateefamaa.keennaan kaleesaa inni nuuf qabuu sun kan nu irraattii tureesfi hafee miti.olmaa isaa keesaattii isni ijoolleen waaqayyoo hoolotaa isaa tokko illee osoo hin badiin tahu akka qabduu waaqayyoo gooftaan ni dubbaataa ameen.fkn kannaa gaafa kamisaa galgalaa.
@tadessedegefa-uo5oq
Ай бұрын
waaqayyoo si yaa Eebbisiiulfiniis galaanis isa jalaa hin baduu bara ammaa baraatii.fageenyii kara mana hadhaa nama hin dhowwuu dhugaa isatii.waaqayyoo sagaalee isa dhugaa labsii motummaa isaaf bu'uura tahuu wanta si heereef ni galateefamaa ameen.
@hawiigirma7803
10 жыл бұрын
Hundaa dura maqaan waqaayyo ha ebbifamuu.obbolankoo warrii ammalee ifaa barabara kana hin arganee sinilee waqaayyo goftan sin haa yadatuu iddoo kalessafi halaa kalessa kessati nama argitanin nama hin ilaalina waqaayyo mottumasaa kessati isaan wamateraa abbako ykn far.Abet kebeda kanaf sinis warri ifaa kana hin arganee kottagaraasati karanis jirenyis waqaayyon qofadha .bayye nama boqochisa farfanaan kessan.god bless u!!!
@TheBerhaney
14 жыл бұрын
waw i like abitow kebede's ormo songs the old good days .even though i couldnt hear it. i like it very much> he have a nice voice!!!.now he is pente so i will gone miss his nice voice! hey pente guys u teke all our best singers !!!!!!!!!! muluken now abitow!
@scottskavn8616
11 жыл бұрын
karaa adda addatiin Faarsaalee hedduu upload nuuf gochaa jirtu waaqayyo sin haa ebbisuu.Ammas haaluma kana caaluun itti fufaa. Galatoomaa ,Waaqayyoo sin haa eebbisu.
@roumincell8516
2 жыл бұрын
AmeenAmeenAmeen haleeluyyaa iyesus biyyaa lafaa moo.eeraa Amen yesus goftaa dha bara baran galaani ulfiinii isaaf hataa.u
Egaa saagaleen waqaayo Akkas jedha sirbiituun mootumaa waqaayo dhaltu jedha bagaa sin gargaa jirenyaa barabara tii isin fidaate waqaayo kanaa calaa Ayyanaa sa isinif hadabalu Ebifama Artist kebitoo sirbaa ra garaa farutii Kkuun Bichaan sin ga.uu jedhee waqaayo garaa basterritii dabarsse haleeluyyaa hoojin waqaa kenyaa dinqqidha💪dukana garaa ifaa isaa nufidee kanaaf ulfiinii bara baran hata.uf🙏🙏☝️
@tamirubekele6618
2 жыл бұрын
Gooooooòooooooooftan si ha ebisu ebbifami
@ADISUize
12 жыл бұрын
bara baraf goftan ha ebbifamu ya obollotako bay'en kessan abitto akka jallatan bekammadha nunile ni jallana goftan kenyaa ammo jallala tilmama hin qabnne jallata kannaf yom ille motumma kessan kessati abitto hin eginna jallala kenya issa nu umee yessusin farsine bekksifana siachi harkka qaluffi wabekka jedhaniti waqqayo nu hin debissu hin gallu duttifi gabarsson kanna boda haleluya haleluya goftan kenya goftadhaa abito jabadhu si wajjin gofta jira amen
@dagnachewdemisse1393
11 жыл бұрын
Rabi si ha ebisu ! rabin hagam kan sijaletu bekta ! wan si argef baye nagamachisera !
@mesmeserati9425
5 жыл бұрын
Arfi dhwa shashabisne kabira mali jena kanamari ameeen ebifami abitew
@kebbatasfyetasfaye8385
9 жыл бұрын
ebifami gofta eyasuse kanuma calaa sihaebisu wa'e keetif ba'yeen gofta galatefadhe kan namaf hin danda'amne hundu waqayyof hindand'ama amene ame n elelelelelel
@askaletube9672
5 жыл бұрын
Wwwww Iyesuus isaa maaqa nama jijjiruf gaalani haa taa'u
HE IS STILL SINGING, JUST BECAUSE HE BECAME A PROTESTANT, IT DOESNT MEAN U KNOW HE LEFT THE MUSIC INDUSTRY. NOW HE JOINED THE MAJOR MUSIC ORGANISATION!!!
@GasStationsDailyHappenings
10 жыл бұрын
God bless you keep up with!
@ayiidaashamsu1538
Жыл бұрын
❤❤❤❤.amen
@abebekebede3441
Жыл бұрын
🙌🖐️👏
@EyrousEyrous
8 жыл бұрын
amen amen amen
@abebekebede3441
Жыл бұрын
Amen
@oromticha6335
2 жыл бұрын
ameeeeeeeen
@miheretwoldeyes1115
4 жыл бұрын
God bless you ❤️❤️❤️
@yesusgaridhaa7932
4 жыл бұрын
Ameeeeen Ameeeeen ebbiifama
@AkkawaaqJaalataa
13 жыл бұрын
abbitow kabbadaa fufaa duraan dursee nagaan koo qilleensa irraan si haa qaqqabu jechuudhan itti aansee sirbootni kee kan duri akka gaarii kan jaallatamuu fii baay'ee bakka ol aanaa qabaachaa kan ture yommuu ta'u keessumattiyyuu uammtni oromoo sii fii sirba kee sirritti jaallata ture amma garuu pheenxee taatee warra si jaallattu hunda gaddisiifte keessaa anillee isa tokkodha kanaaf waaqayyoo karaa kee fii amantii kee kan abbaa kee waaqeffataatti si haa deebisu.
@GaNatAllo
7 жыл бұрын
Enedat endemwdeh bawkeh
@omandianadianaomandiana6606
8 жыл бұрын
Ameeeeen ameeeeeen elelelelelele
@joshuateam5
8 жыл бұрын
Amennnnnn Amennnnnn Amennnnnn Amennnnnn Amennnnnn Amennnnnn All Glory to be God, bless you Mightily brother much Love to you Abeye :)))
Пікірлер: 86