Sabni Oromoo hundi baga gammanne, baga gammaddan.
Abjuun keenya kan waggaa dheeraadhaaf eegaa turre kinoo milkaa'eera. Afaan Oromoo Afaan guddaan addunyaa keessaa tokko kan ta'e hiikkaa tajaajila dhaabbanni google kennu keessa galeera jira. Kun dhaloota Oromoo hundaaf gammachuu guddaadha. Irra deebi'ee baga gammaddan jechuun barbaada.
Gammachuun kun kan nama Oromoo ta'e hundaati!
Tajaajila hiikkaa googlen hojjete kan kennu aappii google nuuf hojjete kan yeroo amm Afaan Oromoos itti dabalame liinkii gadiiraa buufadhaa itti fayyadamaa.
Aappii kana buufachuuf liinkii kana gadi tuqaa!👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
bbcko.com/gt/
Share...share...share...share...share...share...👇👇👇👇👇
Негізгі бет Sabni Oromoo hundi baga gammanne, baga gammaddan.
Пікірлер: 9