WAAMICHA QUBEE
Afaan Oromoo afaan dhaloota keenyaafi afaan saba Oromoo ta'uurra darbee afaan Afrikaa keessatti guddaa ta'ee fi afaan namoota miliyoona hedduun dubbatamuudha. Garuu afaan kun karaa barreeffamaa seerluga isaatiin baay'ee duubatti hafe jira. Kanaaf dhaloonni amma jirru kun immoo adaraa abbootii keenyarraa fudhanne itti cichuun afaan kana irratti hojjennee afaan teknolojii gochuu qabna. #WAAMICHI_QUBEEs ga'ee ofii bahuuf barumsa isiniif qabatee dhiyaate jira. Barumsi keenyaas qubee Afaan_Oromoo irraa eegaluun hanga seerluga Afaan_Oromoo guutuutti isin barsiisa. Kanaaf namoonni qubee hin beeknes ta'ee namoonni seerluga barreeffama Afaan Oromoo irratti hir'ina qabdan koottaa baradhaan affeerraa keenya.Barumsa keenya argachuuf:
youtube: kzitem.info/rock/Sat...
Telegram: t.me/WAAMICHAQUBEE
Whatsapp: chat.whatsapp.com/IOJopUkr2iW...
Facebook: facebook.com/waamichaqube...
Yeroo saubscribe gootaan mallattoo yaadachiiftuu kana 🔔🔔🔔 tuqa.
- 4:32
- Жыл бұрын
Tofta SIM card tokko irrattii SIM lama fi isa ol waal irrattii hidhuudhaan ittin fayyadaman
- 8:49
- Жыл бұрын
Add Facebook gara Follow jijjiruufi bilbila tokkoo irratti midiyaa garagaraa yeroo tokkoo fayyadam.
- 17:30
- Жыл бұрын
DV LOTTERY bara 2024 galmeen jalqabeera!
- 7:16
- 2 жыл бұрын
Ijji keessan akka hin miidhamne ni barbaadduu?
- 7:19
- 2 жыл бұрын
Qubee Afaan Oromoo dogoggora tokko malee keyboard mobaayila keessanirra barreessuu ni barbaaddu?
- 6:56
- 2 жыл бұрын
Bilbila pattern ykn password isaa dagatame haaluma salphaan irraa balleessuuf aappii kana fayyadamaa
- 6:25
- 2 жыл бұрын
Aappii kana bilbila keetirraa hin qabdu taanan mobaayila Kee ana qofatu itti fayyadama hin jedhin.
- 9:25
- 2 жыл бұрын
Waan haaraa google hojjete kana bilbila keetirraa hin qabdu taanan FB fi Youtube kee hatamuu isaati.
- 27:43
- 2 жыл бұрын
Aappii mataa keessanii ofii keessanii uummachuu ni barbaaddu?
- 3:29
- 2 жыл бұрын
Sabni Oromoo hundi baga gammanne, baga gammaddan.
- 9:50
- 2 жыл бұрын
KUNIS JIRAA! AJAB!!!!!aalarii keenya sagalee ykn fuula keenyan cufuun akka danda'amu beektuu?
- 11:42
- 2 жыл бұрын
Kanaan booda bilbilli kee tasuma sijalaa hin badu.
- 10:22
- 2 жыл бұрын
Suuraa haala ajaa'ibaan bareechitanii hojjechuuf aappii kana fayyadamaa! liinkiif descriptio...
- 11:35
- 2 жыл бұрын
Maallaqa gara Itoophiyaa erguu keessaniin dura waan beekuu qabdan! Swift code, postal code
- 7:12
- 2 жыл бұрын
Bilbilli keenya yoo xalafamee jira ta'e akkamitti beekna?
- 3:03
- 2 жыл бұрын
Bilbila keenyaa waan biraaf fayyadamaa iskiriinii bilbila keenyarratti viidiyoo ilaaluf app kana📥
- 5:07
- 2 жыл бұрын
Abbaan MEME AWARD moo'ate har'a ifoome.
- 6:50
- 2 жыл бұрын
Dookumentii keessan qulqullina olaanaadhaan iskaan gochuuf appi kana fayyadamaa! Check Description👇
- 6:58
- 2 жыл бұрын
Пікірлер