Suuraa haala ajaa'ibaan bareechitanii hojjechuuf
Dur suuraa keenya haala gaariin bareechinee tolchuuf ykn edit gochuuf beekumsa cimaa , sooftiweerii gurguddaa fi kompiwuutara nu barbaachisa ture. Garuu yeroo ammaa gargaarsa teknolojii AI (Artificial Intelligence) tiin bilbila keenya harkaa qofa fayyadamuun suuraa akka barbaannetti bareechinee hojjechuuf ni dandeenya. Kana taasisuuf app ajaa'ibaa kan baay'ee suuraa bareechee hojjetu isiniif dhiyeessineerra.
Yeroo baay'ee akkaatan itti fayyadama app namoota baay'ee waan rakkisuuf soba jedhu. Kanaaf nuyis akkaata itti fayyadamaa isaaf viidiyoo isiniif hojjennee jirra.
Aappii kanaa liinkii armaan gadiirraa buufadhaa!👇👇👇👇
bbcko.com/bg/
Akkaataa itti fayyadamaaf viidiyoo kana ilaalaa!👇👇👇
Негізгі бет Suuraa haala ajaa'ibaan bareechitanii hojjechuuf aappii kana fayyadamaa! liinkiif description ilaala
Пікірлер: 5