Ka guyyaatti walakkaa sa’aatiif tamsaasamu Sagaleen Ameerikaa - Sagantaan Afaan Oromoo odduu, gaaffii fi deebiilee, akkasumas qophiiwwan dhimmoota aadaa, fayyaa, dargaggoota, siyaasa, qonnaa, misooma fi ispoortii ilaallatan qabatee Wixataa hanga Jimaataattigalgala sa’aa 8:30 irraa jalqabee dhaggeeffatoota isaa Itiyoophiyaa fi Ertiraa keessaa jiran bira gaha.
Негізгі бет Ойын-сауық Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
Пікірлер: 20