0:00 Mataa gabaasawwan harraa
0:25 Gamtaan Afrikaa Marii Mootummaa Itiyoohiyaa fi ABUT Giddutti Qoheesse Ilaachisee Ibsa Baase
1:45 Naannoo Amaaraa Keessatti Lakkoobsii Barattoota Qormaata Kutaa 12ffaa Fudhatanii Barana 2:44 Gad-bu’uu Biiroon Barnootaa Naannichaa Beeksise
5:35 Hidhattonni Huutii Yemen Keessaa Donii Fe’isaa Yunaaytid Isteetis Irratti Dhukaasa Banan
Haleellaa Misaahelaa Raashiyaan Buufata Doonii Odeessaarratti Raaw’atteen Yoo Xiqqaate Namoonni Lama Du’uu Yukireen Beeksiste
7:46 Prezidaant Baayiden Qormaata Nageenyaa Awurooppaa Mudate Humnaan Furuun Barbaachisaa Akka Tahe Walga’ii NATO’rratti Dubbatan
16:18 Prezidaant Joo Baayiden Dorgommii Filannoo Prezidaantummaa Ynaayitid Isteetis Keessa Nan Tura Jechuu Filattoonni Biyyattii Akkamitti Ilaalu?
Qophiin Sagalee Ameerikaa Sagantaa Afaan Oromoo; oduu fi qophiiwwan dhimmoota wayitaawaa, akkasumas aadaa, fayyaa, dargaggoota, siyaasa, qonna, misooma fi ispoortii laallatan irratti Wixataa amma Jimaataatti dhihaata. Nu hordofaa.
Негізгі бет Ойын-сауық Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
Пікірлер: 1