Mul. 18:1 Kana booddees ergamaan biraa tokko aboo guddaa fudhatee, waaqa keessaa utuu gad bu'uu nan arge; ulfina isaa irraa kan ka'es biyyi lafaa in ife.
Mul. 18:12 Inni sagalee cimaadhaan iyyee, "Kufteetti, Baabilon guddittiin kufteetti, iddoo buufata hafuurota hamootaa taateetti; lafa hafuurri xuraa'aan itti deddeebi'u, lafa allaattiin xuraa'onii fi jibbamoon itti deddeebi'an taateetti!
Mul. 18:4 Ergasiis sagalee biraa tokko waaqa keessaa nan dhaga'e; innis, "Yaa saba ko! Cubbuu ishee keessaa akka hin qabaannetti, dha'icha ishee irraas akka hin hirmaannetti, kottaa, ishee keessaa ba'aa!
Негізгі бет Mul'ata Yohaannis Boqonnaa 18, Kutaa 1
Пікірлер