Mul. 18:20 Sagaleen tokko immoo, "Yaa bantii waaqaa, kana irratti gammadi! Isin warri Waaqayyoof qulqullooftan, ergamoonni isaa warri lafa irraa, raajonnis, Waaqayyo isheetti isiniif waan faradeef gammadaa!" jedhe.
Mul. 18:21 Kana booddee ergamaan aango-qabeessi tokko dhagaa akka dhagaa daakuu guddaa tokko fuudhee galaana keessatti darbatee, "Baabilon mandarri guddittiin akkas furguggifamtee, gad in darbatamti, deebitees hin argamtu!
Негізгі бет Mul'ata Yohaannis Boqonnaa 18, Kutaa 2
Пікірлер